Muddassir

Muddassir Rabbuma kee abdadhu yeroo hunda ilma namaa firraa itti dhiisi

04/06/2026
Eid Mubarak
27/05/2026

Eid Mubarak

Yaamina malee deemtee kabajaa hin faxatini Naashidaa magaalaa fuutee fitinaa hin bitatiniSiyaasa mootumma xuuwxee karsha...
01/05/2026

Yaamina malee deemtee kabajaa hin faxatini

Naashidaa magaalaa fuutee fitinaa hin bitatini
Siyaasa mootumma xuuwxee karshalle hin hamatinii
Hiyyeesa namaa irra ejjattee miskiinumma hin bitatini
Maraata rabbi jajjee yaaboo maraatu hin bitatinii
Ibaadaa rabbi dhiistee yaa gowwaa Aakiraa hin gubatiniiiiiii

Oduu  simbirtuu carraan scholarship diyanet bursuları interview yaamanii jiran Gmail keessan check godhadhaa ammas inter...
21/04/2026

Oduu simbirtuu carraan scholarship diyanet bursuları interview yaamanii jiran Gmail keessan check godhadhaa ammas interview haalakamiin qophaawuu akka qabdan YouTube channel keenyaa seenaa laalaa

://youtu.be/yXhVWUevGEs?si=-If_lhNNj7Vw7Mtc

17/04/2026
13/04/2026

Address

Konya

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Muddassir posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share