EECMY Bethel Bishoftu

EECMY Bethel Bishoftu This is the Official page of EECMY Bethel Bishoftu Congregation. Genesis. 28:19

"BEETEL" JECHUUN MANA WAAQAYYOO JECHUUDHA.  yesus jamo bethel congregation   Dambi Dolloo   dhaanqaa  fsbs bethel lambie...
16/12/2025

"BEETEL" JECHUUN MANA WAAQAYYOO JECHUUDHA. yesus jamo bethel congregation Dambi Dolloo dhaanqaa fsbs bethel lambie congregation

Sagantaa Waaqeffannaa Dilbata Ganamaa suuraadhaanDubbisa Duraa Isa 12:1-6Mul 3:20-22Marq 11:1-11  Bethel Bishoftu
14/12/2025

Sagantaa Waaqeffannaa Dilbata Ganamaa suuraadhaan
Dubbisa Duraa
Isa 12:1-6
Mul 3:20-22
Marq 11:1-11
Bethel Bishoftu

11/12/2025
Waaqayyoo nuu gargaaree guyyaa kaleessa sirna Cuuphaa Qulqulluu fi Irbaata qulqulluu Mana Sagadaa kenyaa kessatti haala ...
08/12/2025

Waaqayyoo nuu gargaaree guyyaa kaleessa sirna Cuuphaa Qulqulluu fi Irbaata qulqulluu Mana Sagadaa kenyaa kessatti haala baayyee nama hawwatuun raawwatame jira.Hojii kanaanis "lubbuun" bayyeen garaa motummaa waaqaatti dabalamaniru......... Abbaan hojiichaa waaqayyoo ulfina barabaraa haa argaatu.

Guyyaa Eebbifaama Qabaadha.            Bethel Bishoftu
02/12/2025

Guyyaa Eebbifaama Qabaadha.

Bethel Bishoftu

Sagantaa Dargaggoo guyyaa har'aan yeroo bayyee bayyee dinqisisaa, argamun hafuraa qulqulluu guddaan turedha....... sagan...
30/11/2025

Sagantaa Dargaggoo guyyaa har'aan yeroo bayyee bayyee dinqisisaa, argamun hafuraa qulqulluu guddaan turedha....... sagantaa kun torban lama lamaan kan geggeeffamudha.

Waaqeffannaa guyyaa har'aa Mana Sagadaa Beetel Bishooftuu..... Suuraa dhan. Dubbisa duraa guyyaa har'aaf kenname.       ...
30/11/2025

Waaqeffannaa guyyaa har'aa Mana Sagadaa Beetel Bishooftuu..... Suuraa dhan.

Dubbisa duraa guyyaa har'aaf kenname.
FAR 18/21-29
MUL'ATA 20/7-15
MAT 25/1-13

sagantaa guyyaa kaleessa Suuraa dhan.... waaqayyoo nuu gargaaree guyyaa kaleessa fillaannoowan addaa addaa M/Sagadaa kee...
24/11/2025

sagantaa guyyaa kaleessa Suuraa dhan.... waaqayyoo nuu gargaaree guyyaa kaleessa fillaannoowan addaa addaa M/Sagadaa keenyaa keessaatti geggeeffama ooleraa. Abbaan hojiichaa waaqayyoo ulfina barabaraa haa argaatu.!

Bethel Bishoftu
19/11/2025

Bethel Bishoftu

Sagantaa Waaqeffannaa Dilbata Ganamaa kan Guyyaa har'aa Suuraadhaan Dubbisa Duraa 2Sen 7:11-16Efe 4:25-32Mat 18:23-35
16/11/2025

Sagantaa Waaqeffannaa Dilbata Ganamaa kan Guyyaa har'aa Suuraadhaan

Dubbisa Duraa
2Sen 7:11-16
Efe 4:25-32
Mat 18:23-35

Erga guyyaa har'aa M/S BEETEL Bishooftuu.
14/11/2025

Erga guyyaa har'aa M/S BEETEL Bishooftuu.

Address

Bishotu
Oromia
11223356

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when EECMY Bethel Bishoftu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Museum

Send a message to EECMY Bethel Bishoftu:

Share