Mana Barumsaa Sad.2ffaa Borbor

Mana  Barumsaa Sad.2ffaa Borbor Don't ask what your country to do for you,ask what you do for your country

  Borana Baha   Dhaasi  /B sad.2ffaa BorborGuyyaa 07/02/2017 M/B sad.2ffaa Borboritti Karoora hojji kan 2018  keessa kar...
17/10/2025

Borana Baha
Dhaasi
/B sad.2ffaa Borbor
Guyyaa 07/02/2017 M/B sad.2ffaa Borboritti Karoora hojji kan 2018 keessa karoorfatamee keessa meeshaan Suphaa ijaarsaa dalla Shibboon Koree GMBttiin Bitamee M/B tti Galii ta'ee jiraa.

/B sad.2ffaa Borbor

Barattoota M/B sad.2ffaa Borbor Hundaaf Akkuma Beekamuu Barnoonni hangaa Jalqabee torban tokkoXumuree jiraa kanaaf Barat...
20/09/2025

Barattoota M/B sad.2ffaa Borbor Hundaaf
Akkuma Beekamuu Barnoonni hangaa Jalqabee torban tokkoXumuree jiraa kanaaf Barattoonni hangaa ammatti hin Dhufiin Barnoonnii isaan darbuutti jiraa waan ta'eef Guyyaa Wixataa(12/01/2017) tti harcaatti tokkoo malee akka argamtan Cimsiinee isaan Beeksifna

Barattoota M/B sad.2ffaa Borbor Hundaaf.  Nagaa ?   akkam? M/B sad.2ffaa Borbor Adeemsaa Barnoota kan bara 2018 Jalqabuu...
27/08/2025

Barattoota M/B sad.2ffaa Borbor Hundaaf.
Nagaa ?
akkam?
M/B sad.2ffaa Borbor Adeemsaa Barnoota kan bara 2018 Jalqabuuf Qophii hundaa Xumuree hardha Guyyaa Roobi (21/12/2017) Galmee Barattoota waan jalqabeef Barattaan kutaa 9-12 jiruu hundii akka dhuftaanii Galmooftaa , akkasumas Maatin Barattoota, Barattoota teessan akka garaa M/B tti ergiitan Cimsinee isaan beeksifnaa.

21/12/2017
/B sad.2ffaa Borbor

Hub: 1. Barattoota kutaa 11ffaa kan dursee dhufeef fedhiin ni ilaalamaf
2. Galmeen kutaa 9-12ffaa Guyyaa 21-30 ttii Xumuraa
3. Guyyaan Qidaamee Guyyaa hojjiitti Barataan Dhufee Galma'uu ni danda'aa

Bu'aa Mana Barumsaa sad.2ffaa Borbor
11/07/2025

Bu'aa Mana Barumsaa sad.2ffaa Borbor

Address

Alga

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mana Barumsaa Sad.2ffaa Borbor posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category