Kayo Dagne

Kayo Dagne

19/10/2025

๐Ÿ™HAPPY Sunday ๐Ÿฅฐ
19/10/2025

๐Ÿ™
HAPPY Sunday ๐Ÿฅฐ

Waร micha Birmannaa LammummaaUummata Oromoofi Itoophiyaa biyya keessaafi alaa hundaaf!Obboleessi keenya obboo       Dhukk...
28/04/2025

Waร micha Birmannaa Lammummaa
Uummata Oromoofi Itoophiyaa biyya keessaafi alaa hundaaf!

Obboleessi keenya obboo Dhukkuba Kaleetiin dhukkubsatanii erga ciisani ji'oota sadii lakkoofsisuun hanga ammaa torbanitti marsaa lamร , torbeen qarshii 10,000(qarshii Kuma kudhan) oliin dhiqsiisaa lubbuu isaanii tursiisaa jiru. Haa ta'u malee obboo Galaanaa Hacaaluu nama hojii dhuunfaan maatii bal'aa bulchuufi ammattimmoo isaanii dhiqsiisuufis ta'ee yaalii baqaqsanii baasuun kan biroo dhaabuu(re planting )f qarshii 4,000,000 ( Miliyoona afurii) ol akka barbaachisuuf ragaa qorannoo fayyaa isaaniirraa waan hubatameef, namni kamiyyuu hamma humna keessanii osoo hin tuffatiin deeggarsa gochuufiin lubbuusaa du'arraa akka baraartaniifi Waaqayyoon kadhattaniif maqaa waaqa isa nagaa isiniif kenneetiin isin gaaffanna!

Qunceen walgargaarteetu Arba hiiti! akkuma jedhame, waan dandeenyuun cina isaanii haa dhaabbannu. Namoota biyya keessaafi ala jiran maraaf gochuu hin dagatiinaa.

Lakk herrega baankii Deeggarsi irratti Taasifamu:
1. CBE = 1000040003251
2. CBO = 1046100012708(baankii Hojii Gamtaa)

Maqaa Galaanaa Hacaaluu Baalii

  ๐Ÿฅฐ๐ŸฅฐKaKaayyoo DaanyeeaJaalalleewwan
10/05/2024

๐Ÿฅฐ๐Ÿฅฐ
KaKaayyoo DaanyeeaJaalalleewwan

12/03/2024


โ–ˆโ–“โ–’Fโ–‘Oโ–‘Lโ–‘Lโ–‘Oโ–‘Wโ–’โ–“โ–ˆ Follow me ๐Ÿ’šโ”Šโ”Šโ”Šโ–•โ–”โ•ฒโ–‚โ–‚โ–‚โ•ฑโ–”โ–โ•ญโ”โ”โ•ฎโ•ญโ”ˆโ•ฎโ €โ•ญโ”ˆโ•ฎโ•ญโ”โ”โ•ฎโ•ฐโ•ฐโ•ฐโ”ƒโ–โ•ญโ•ฎโ €โ•ญโ•ฎโ–•โ”ƒโ•ฏโ•ฏโ•ฏโ”ˆโ”ƒโ €โ”ƒโ–โ”ˆโ”ˆโ–…โ”ˆโ”ˆโ–•โ”ƒโ €โ”ƒโ”ˆโ”ƒโ €โ”ƒโ–โ”ˆโ•ฐโ”ปโ•ฏโ”ˆโ–•โ”ƒโ €โ”ƒโ”ˆโ”ƒโ €โ•ฐโ–ˆโ–“โ–’โ–‘Mโ–‘Eโ–‘โ–’โ–“โ–ˆ  Jaal...
23/02/2024

โ–ˆโ–“โ–’Fโ–‘Oโ–‘Lโ–‘Lโ–‘Oโ–‘Wโ–’โ–“โ–ˆ Follow me ๐Ÿ’š
โ”Šโ”Šโ”Šโ–•โ–”โ•ฒโ–‚โ–‚โ–‚โ•ฑโ–”โ–
โ•ญโ”โ”โ•ฎโ•ญโ”ˆโ•ฎโ €โ•ญโ”ˆโ•ฎโ•ญโ”โ”โ•ฎ
โ•ฐโ•ฐโ•ฐโ”ƒโ–โ•ญโ•ฎโ €โ•ญโ•ฎโ–•โ”ƒโ•ฏโ•ฏโ•ฏ
โ”ˆโ”ƒโ €โ”ƒโ–โ”ˆโ”ˆโ–…โ”ˆโ”ˆโ–•โ”ƒโ €โ”ƒ
โ”ˆโ”ƒโ €โ”ƒโ–โ”ˆโ•ฐโ”ปโ•ฏโ”ˆโ–•โ”ƒโ €โ”ƒ
โ”ˆโ”ƒโ €โ•ฐโ–ˆโ–“โ–’โ–‘Mโ–‘Eโ–‘โ–’โ–“โ–ˆ

Jaalalleewwan tube

21/12/2023

Address

@amboo
Addis Ababa
0000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kayo Dagne posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Museum

Send a message to Kayo Dagne:

Shortcuts

Share

Category