Waarii entertment

Waarii entertment Waarii entertment Qoosaa sirboota artii mul'isuufi karaarra jiirra

France 🇫🇷 vs 🇲🇦 Morocco         Anii France 🇫🇷 0 vs 2 Morocco 🇲🇦 jedheera.                Sin hoo???badhaasa qaba!Kardii...
13/12/2022

France 🇫🇷 vs 🇲🇦 Morocco
Anii France 🇫🇷 0 vs 2 Morocco 🇲🇦 jedheera.
Sin hoo???badhaasa qaba!
Kardii abbaa dhibba 300-50 shantama


Dafaa amma!

18/11/2022
13/10/2022
Rip
13/10/2022

Rip

baga  ofkaaltan
03/10/2022

baga ofkaaltan

24/09/2022

Jechoota hayyuu Oromoo
Dr. Gammachuu Magarsaa

"Bakka dhugaan hinjirre nagaan hinjiru!"

"Rakkoon Oromoo Itoophiyaadha; rakkoon Itoophiyaa Oromoodha!"

"Jaarsa miti dhugaatu nama araarsa!"

"Namni Waaqa hin sodaanne waan sodaatu hinqabu!"

"Oromoon ni wareere malee, ammayyuu hin dammaqne!"

"Jalqabuma iyyuu Itoophiyaa sobduutu ijaare."

"Oromoon yoo keessa hin jiraatin, Itoophiyaan gaagura kanniisa hinqabnedha"

"Hanga cufataniitti danqaratu!"

"Nan jibbinaa, an dhugaan dubbadha, jiruunkoo dhugaa dubbachuudha"

"Akkuma bineensi Saalaan gaanfa waliin dhalatu Haacaaluun Hundeessaa qaroomina waliin dhalate!"

"Ani meeshaa manaa miti kanaan qannasamee dammaramu. Yoo dammaruus ta'e eenyuun hir'isanii eenyuun ida'uu?"

"ABO'n ilma hin duunetu Oromoof dhalate"

"Warri Oromoo ni balleessina jedhu ni badu yoomiyyuu"

"Kiyya waan ta'eef an Oromoo baay'een jaalladha. Isiinis kan keessan jaalladhaa!"

"Duraanuu ONEG naan jedhu anis waakkadhee hin beeku. Oromummaa koos akkan waakkadhu barbaadan, nan dide"

"Biyya rakkoon siyaasaa hin hiikaminitti waa'ee misoomaa haasawuun maraattummaadha"

"Lafti kee Waaqa irra jedhanii lafa keenya nu saamu. Kan asii iyyuu dhabnee dhuguma Waaqa irraa argannaa?"

"Laftoo saamamee dhumee, misooma, aadaa fi Oromiyaan qilleensa keessatti ijaaramamoo?"

"Mootummaan uummatadha waan ta'eef, "Mootummaa keenya nurra bulchi; nuun ammoo jala bulchi!" hin jedhinaa! Mootummaa nu jalatti bulchi nuun ammoo irra nu bluchi jedhaa!"

"Taatoo asoosama kitaabaaf fiilmii keessatti illee ga'ee Oromoon Itoophiyaa keessatti qabu zabanyaadha"

"Tokkummaan Oromoo lafee fi lafa Oromoo sagalee tokkoon tiksuun mirkanaawa, quba qabaadhaa"

"Oromoon oolaantummaa osoo hin taane wal-qixxummaadha kan barbaadu"

Kan hafe isin itti dabalaa! Jechoota hayyuu dorgomaaf gita hinqabnee Dr. Gammachuu Magarsaa kanneen kana anatu kanaan dhaga'eef dhaggeeffadhe keessaa muraasa kana walitti qabe malee, jechoonni hayyuu kanaa tokko tokkittiin hundi isaatu kitaaba guddaa tokkodha.

Ireechaa      Ireechii Bara durii yeeroo enyuuleeUmasaa hin bekneeti Oromoon laakkiiWaa malee hin dhalanee Umaan kenyaa ...
22/09/2022

Ireechaa
Ireechii Bara durii yeeroo enyuulee
Umasaa hin bekneeti Oromoon laakkii
Waa malee hin dhalanee Umaan kenyaa jiraa isaa kadhanaa seeraasi ni bafaana jechun Kan jalqabame yoo ta'uu seenaa kana gadii fageenyaan qoraatamuu batuusii akkuuma dhalootati dadarbaan dhufee har'a gayeeraa sirnii kun Adaa, Amantaa duudhaalee wantotaa bay'ee ofii keessa qaba kanaafuu yoo jedhu Amaantiidhasii jechuu kooti
Kan Amantii biraa qabuuf
Adaa fi duudhaasaati Kan hin qabneefi Amantii saati.

Dalatan ni debbinaa kanaarratti Ulffadha dogogoraa nu ofkaachaa!

Waarii entertment Qoosaa sirboota artii tin ni dhufna
21/09/2022

Waarii entertment Qoosaa sirboota artii tin ni dhufna

Address

Macaa Fi Tuulamaa
Ghion
WAARIIENTERTMENT

Telephone

+251967825754

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waarii entertment posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Museum

Send a message to Waarii entertment:

Share

Category